126: Manguddoonni umrii isaaniitiin walqabatee soomuu hin dandeenye maal godhuu qaban?
Audio
Content
Manguddoon yookaan namni sababaa umriin isaa deemeef soomanuu hin dandeenne, akkasumas namni dhukkuba akka sukkaraa (diabetes) qabu kan nyaata irraa obsuu hin dandeenne nama biraa nyaachisuu qaba. Galgala hunda nama biraa kan waan nyaatu hin qabne nyaachisuu qaba, yokaan ammoo nama muslimaa kan waa hin qabneef nyaata isaa irraa walakkaa sa’aa kennuu qaba. Deebisaa guutuu sagalee irraa dhageeyfadhu. Dr. Jeeylaan H/Khadiir
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned