125:  Sooma namaaf soomuun ni danda’amaa?

Audio
Content
Gaaffii: Abbaan kiyya qaari’ee jira Rabbiin haa maaruu, soomaa amata tokko irraa qaban ummaa tiyyarraa.         Deebisaa: Sooma irraa qaban sani baasuu qabdi qadaa sani. Amata tokko ta’ee afur ta’ee qadaa ramadaanaa hunda baasuu qabdi. Maaliif jennaan deeynii Rabbiittu isii irra jiraa jechu. Deeynii Rabbii ka isii irra jiru san ufirraa haa kafaltuu. Nama manguddoo soomana hindandeenne yoo taate kaffaaraa irraa haa baasanii. Nama soddomaa nayaata haa nayaachisanii. Nama soomana qabu faxara/ lulluqqii kennaniif. Sheikh Abdurrahmaan Shariif
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned