861: Osoo waajibni narra jiruu sunnaa soomanuu niin dandayaa?

Audio
Content
Gaafii: Sooma waajibaattu narra jira;, osoo soomni waajibaa Ramadaanaa narra jiruu Shawwaal fa’a sunnaa soomuun akkami?   Deebisaa: Waajiba osoo ufirraa hin buusin sooma sunnaa soomuun dirqamaa miti. Waajiba Rabbiittu dura dirqama ta’a. Waajiba ufirraa buusuun barbaachisa inshaa Allaah.     Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned