123: Dibatni matatti diddibatan salaata ni balleessaa?
Audio
Content
Gaaffii: nuti dhalaan mataa kana waa diddibanna , odoo mataa kana ofirraa hin dhiqne yoo salaate maal qaba ? Deebisaa: wonni ati dibatte sun yoo waan xahaaraa tahe waa takkallee rakkoo hin qabu feetu dhadhaa addaannoo , feetu kireeba , feetu qibaatii, akka sanitti salaatuun waa takkallee sirraa hin miidhu Dr. Liwaa’ul Isalam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned