860: Sadaqaa bakkaan itti niyyadhe dhiisee bakka biraatti yoon sadaqadhe ni taatii?

Audio
Content
Gaafii: Sadaqaa bakka takkatti niyyadhee, bakka itti niyyadhe sanitti naaf hin guutamnee bakka sanii yoo bakka biraa deeme maal qabdi?   Deebisaa: Badii hin qabdu. Sadaqaa niyyatte bakka feetetti kennuu ni dandeessa. Bakka itti niyyatte san qofatti kennuu dirqamni sirra hin jiru.     Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned