120: Salaata keessa yoo dhuufan salaatni ni badaa?
Audio
Content
Gaaffii: Namni tokko yoo salaata keeessa hafuura wudu’a cabsu baafate, salaata san itti guuttata moo salaata san dhiisee wudu’a godhataa? Deebisaa: Salaatni awwala hafuurri baheenuu cabee jira wudu’atan malee salaatni namaa fayyaa hin ta’u. Sheik Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned