121: Namni qur’aana beeku kan sijaaraa xuuxu imaama tahee salaachisuu ni danda’aa?
Audio
Content
Gaaffii: Namni tokko qur’aana ni beekaa isatu namaan salaataa garuu sijaaraa xuuxaa yookaa caatii nyaataa akkam taanaa? Deebisaa: Caatiif sijaaraan isaa mataa isaa gubbaadhaa dilii isaatii isin itti hidhattan salaatuun salaata keessan hin balleessu. Yoo ammoo nama qur’aana beeku ka sijaaraa hin xuuxne ka caatii hin nyaanne argattan irra isinii caalaadha. Sheik Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned