119: Bishaaniin malee wanta gogaan Istinjaa godhuun ni danda’amaa?

Audio
Content
Gaaffii: Istinjaafii istbirahan akkamii? Istinjaan namni tokko yoo baadiyaa jiru dhakaan goggoffadhaa yookaa biyyeen goggofadhaa jedhanii biyyeen amma bakka hunda hin jirtuu maal goonaa?       Deebisaa: Rabbiin laafisee jira. Silaafuu biyyee miti irra guddaa dhakaadha ka shariyaan dubbate, dhakaadhaan yeroo sadi, yoo sadditti hin qulqullaahin yeroo shan, yoo shanitti hin qulqullaahin yeroo torba ufirraa goggossaa jedhan najaasaan hanga isiin namarraa buqqatutti. Yoo suni hin mijoofnee sooftitu jira hardha kanaan ufirraa qulqulleessuun ni danda’ama. Riwaayan imaamu abu daawud baase tokko akki jedhu osoma bishaan jiruu sooftiidhaan goggoffachuun ni ta’aa jedha. Akkasuma  Qullaa wudu’achuun akkami? Qullaa wudu’achuunis humaa rakkoo hin qabu   Sheik Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned