859: Salaata keessatti miila walitti maxxanfachuu dhabuun akkami?
Audio
Content
Gaafii: Biyya nuti jirru kanatti namni miila walitti maxxansee hin salaatu. Biyya keenyatti ammoo miila walitti maxxansaa jedhaniitiin nu ajajanii dubbiin tun akkami? Deebisaa: Miila walitti maxxansanii salaatuun ajaja Rasuula Rabbiiti ?. Rasuulli Rabbii ? miila keessaniifi ceekuu keessan walitti maxxanfadhaa jedhe. Saffiin akkas malee hin qajeeltu jechaatu jira. Miila walitti maxxanfachuu dhabuun wallaalumma. Barachuutu isaan irra jira. Namni beekullee barsiisutu irra jira. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned