120: Namni Shii'aa bira dalagu akkamitti jiraachuu qaba?

Audio
Content
Gaaffii: Ani warra shi’aa bira dalaga maal godhuu qaba?         Deebisaa: Sharrii shi’aa irraa nagaya si haa baasuu haga dandeetteen daddafii biraa deemi. Hardha fa’a ummata Islaamaatiif akka malee aduwwii ta’anii jiranii irraa fagaachutu si barbaachisa. Ulamaan gariin ummata kuffaaraa bira dalagutu irra wayyaa jedhan shi’aa bira dalaguu irra. Salaata wayituu hin qabanii ibaadaa wayiituu hin qabanii kanaafuu irraa fagaadhu. Shi’aayyuu hin jedhaman isaan raafidaa jedhaman. Raafidaa jechuun didduu Islaamaa jechu ummata islaama dide jechuudha. Sheik Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned