774: Soomana akkamittiin qadaa baasa?

Audio
Content
Gaafii: Soomana guyya sagaliittu narra jira, akkamitti kaffaaraaa wajjin qadaa baasa?   Deebisaa: Wanni sirra jiru guyyama sagali. Hamma dandeetutti ufirraa baasi, ta kaffaaraadhaa ammoo ulamaayiin irratti wal kallafe. Fiinxeen wanni ati qabachuu qabdu, bikka kaffaaraa yoo tawbattellee ni dandessa. Qadaan garuu tawbaan namarraa hin bu’u. Qadaa kee soommanii  Rabbii kee araarama kadhadhu.   Dr. Liwaa’ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned