908: Waqtiin salaata ishaa'ii eessarra jalqabee eessatti dhumata?

Audio
Content
    Deebisaa: Salaanni Ishaa'ii eegaa Magriibni dabre irraa haga halakan saa’aa 6:00 qofa. Salaanni ishaa'i saa’aa 6:00 dabarraan qadaa ta’ee dilii guddaa namatti ta’a. Saa’aa jaha bira dabruu hin qabu insha Allaah.   Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned