786: Salaata Maghribaa dura sunnaan ni jiraa?

Audio
Content
Gaafii: Salaata Magribaatiin duratti sunnaan jiraa?   Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii, salaanni shanan Rabbiin dirqama nurratti godhe cuftinuu sunnaa jala deemtu qaba. Magribaan duratti sunnaan hin jirtuu garuu yoo feete irra buufachuu ni dandeessa.   Dr. Liwaa’ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned