826: Ani fira hin qabuu akkamittiin hajjii godha?
Audio
Content
Gaafii: Ani biyya Makkaatiin jiraa aanaa hin qabuu,fira hin qabuu akkamitti hajjii godha? Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii waa hunda dura wanni beekuu qabdu, dandeettiin dhalaa rahima qabaachu. Eega Makka keessa jiraattee dhalaa warra diin qabuu, ka amanamuu, ka bultii ijaaree qabuu wajjiin deemuu ni dandeessa. Warreen fagaatanii jiran akka Jiddaallee haa ta’uu, yookin akka madiinaa, akkuma san Riyaad lafa faffagoo akkanaa Rabbiin waajiba isaan irraa buuse. Walgeenyee yoo heddummaanne homaa hin qabu jechuun baaxili. Warra akkas isiniin je’u daliila isaanuma gaafadhaa. Dr. Liwaa’ul Islaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned