117: Biyyeen haa na nyaattu woliin jechuun akkami?
Audio
Content
Gaaffii: Warri baadiyaa biyyeen haa na nyaattu biyyeen maal haa na taatu jedhanii yoo karatti walitti dhufan jechi sun akkamii? Deebisaa: Namni jaahilummaa keessatti lubbuu ufii abaaruun hin jiru, garuu jechi hammeenya hin qabne ka badii hin qabne humaa hin qabdu.yoo anaa dhufuu, akkana yoo jedhan, anaa jiratuu fa’a yoo jedhan, Ani haa baduu akkam jirtanii yoo jedhan aadaa arraba irratti dubbatamtu yoo taate rakkoo hin qabdu. Badii haqiiqaa sanii miti ka itti fedhame jechuudha humaa rakkoon hin jiru inshaallah. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned