116: maallaqa osoo hin kafalin makiinaarraa bu'e maal godhuu qaba?
Audio
Content
Gaaffii: Guyyaa tokko gaarii namaan wajji yaabbadhee osoo noolii isii hin kafalin irraa bu’ee jarrillee na hin gaafannee anillee irraanfadhee achumaan dabree? Deebisaa: Maqaa jaraatiin sadaqadhu. Yoo jara argitee itti hin kennine maqaa jaraatiin sadaqadhuu ufirraa baasi. Haala saniin yoo ufirraa baafte guyyaa qiyaamaa wanni sirraa fedhan hin jiru. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned