869: Salaata walitti qabanii salaatuun ni tahaa?

Audio
Content
Gaafii: Biyya Ommaan kanatti salaata Zuhriifi Asrii walumatti qabanii salaatan yeroo hedduu.   Deebisaa: Salaata yeroo takka takka yeroo shariaan walitti qabanii salaatuu hayyamte malee warri biyyaa akkanumatti salaata aadaa godhatanii jam’ii godhuun waan hin jirre.     Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned