960: Salaata keessa yoo imaamni dogongore namni itti hidhate akkam godhuu qaba?

Audio
Content
Gaafii: Nama imaamaattu salaata maghriibaa irraanfatee nutilleen booda dhufnee itti guuttannee raka’aa duraa ta nu dabarte. Yoo inni sujuudussahwii bu’u isaan wajjiin sujuudussawhii buuna moo akkam goonaa?     Deebisaa: Namni imaamatti hidhate waan imaamni godhu isaan wajjiin godhuu qaba. Yoo ka salaanni ati kaatee itti guutattu jiraatellee sujuudussahawhii isumaan waliin buutee hoggaa inni salaamtaa baafate kaatee itti guutatta.   Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned