112: Osoo umriin heeruma hin gahin heerumsiisuun akkam?
Audio
Content
Gaafii: namni tokko karaa beekumsa ollaatiin na fuudhe an nama san duratti fuula hin beeku gaafa duraa hayyehuma jedhe eegasii nama gaarii ta'uu arge garuu nikaha biyyatti godhani jedhanii ani waa takkallee wonnin beeku hin jiruu ani maaltu narra jira garuu na fuudhanii jiran nikaha godhatanii jiran hin beeka Deebisaa: wonni sirra jiru eega gaaf! Duraa hayyamtee marhabbaa hin tahaa nafuudhu jechaa hayyamtee jiraatte rakkoon hin jiru tokkittiin sii hafte mahriin kankee hagamii callaa himachuu malte, mahrii kee si gaafachuu malanii waan san adda baafadhu ammoo yoo ati hayyamtee eegasi boodallee mahrii kankee sitti himanii hayyamte fuuti tantee nikaan tantee numa taati rakkoon hin jiru Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned