103: Du’aa’ii booda harkaan qaama haxaawatuun akkam

Audio
Content
Gaafii: Namni tokko yoo du’aa’ii kadhatu harka ol fuudhee du’aa’ii kadhatee yoo fixatullee ufitti tuttufee mataa haga miilaa haxaawataa akkam wanni sun?       Deebisaa: Shari’aa keessa hin jirtu. Rabbii ufii yeroo maraahuu Harka olfuudhanii kadhachuun ni jirti. Garuu itti tuttufanii fuulaaf qaamaan haxaawachuun, yoo du’aa’ii aayata godhataa jiraatte malee. Du’aa’ii aayata qur’aana qaraatee harka kankeetitti tuttuftee qaama kankee bakka dhaqqabduun yoo goote humaa hin qabu. Garuu du’aa’iin salaata boodaa ka Rasuulli ? kadhadhaa nuun jedhe sun akkasumatti yeroo hundaa itti tuttufanii mataaf miila haxaawachuun hin sabanne.       Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned