793: Ilkaan rigachuun soomana ni balleessaa?
Audio
Content
Gaafii: Ramadaan keessa yoon afaan qulqulleeffadhe yookaan rigadhe akkami soomana ni miidhaa? Deebisaa: Walumaa galattuu gaafiin tantee halkan irraa yoo taate, halkan waa cuftinuu siif halaali. Yoo guyyaa taate ammoo salaata fajrii irraa eegalii hamma salaata Maghribaatti guyyaa cufa wuduua cufarrattillee siwaakkachuu dandeessa garuu wanni ati irraa uf eegdu qoosha siwaaka faranjii tana. Qooshaan tun ni mi’oofti. Yoo uf eeguu danda’a jette humaa hin qabdu. Garuu qooshaa faranjiidhaa halkan swaakkachutu caalaa. Maaliif jennaan bakka tanatti keessa nama duraa dabruulleen ni mala jecha. Dr. Liwaa’ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned