117: Rifeensa jijjiiruun akkamii?
Audio
Content
Gaaffii : Rifeensa jijjiiruun akkamii? Deebisaa: Uumaa Rabbii jijjiiruun dhoowwaadha. Rifeensa mataa kalaraan jijjiiruun dhoowwadha. Ulamaan gariin yoo ammaa manaa qofaaf bareeduu taate humaa hin qabuu jedhan. Sharxii abbaa mana malee namni biro hin agarre. Yoo abbaa manaa hin qabne hin ta’uu hin hayyamamuuf Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned