124: Gaafa xiqqoodhaa haadha tiyyarraa mallaqa hataa ture maal godhuu qaba?
Audio
Content
Gaaffii: Gaafa xiqqoodhaa haadha tiyyarraa mallaqa hataa maal godhuu qaba? Deebisaa: Ummaa tanteetiin dhiifama naa godhi jedhiin. Naaf irra dabri jedhiin. Yoo ka hin jiraatin taate, araarama kadhadhuufii waa sadaqadhuuf inshaallah. Sheikh Abdurrahmaan Shariif
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned