124: Fiilmii qissaa ambiyootaa laaluun ni danda’amaa?

Audio
Content
Gaaffii: Qissaa ambiyootaa laaluun ni danda’amaa?         Deebisaa: Ee laaluun ni danda’ama humaa hin qabu. Qissaa ambiyootaa yoo laalteef yoo qaraate takkuma garaagarummaa hin qabu. Garuu wanni beekuu qabdu ka amma televizyiina irratti muldhisanii dabarsan kunniin fakki malee ambiyootaa miti. Rasuulaaf kulafaa’u raashidoota fakkii hin godhanii ni gurraachessan kabajaa isaaniitiif jecha.  Ammoo sahabaa kaaniif ummata kaafiraa ka isaan wal lolaniiniin fakkii godhan kana laaluun ni danda’ama humaa hin qabu. Garuu kun fakiidha malee dhugaadhan nama isaan fakii godhan sani jettee hin amanin. Sheikh Abdurrahmaan Shariif  
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned