108: Dhiirri intala takka manatti yaamuu ni dandahaa?

Audio
Content
Gaaffii:nama tokko ilma adeeraa haatahu ilma eessumaa haa ta'uu bakka dhalaan wondalaaxeen galtu yoon yaame oduu biyyaatiifi kana isa irraa barbaadachuudhaaf yaame waa ni qabaa?           Deebisaa : namni ati yaamtee wojjiin taa'uu dandeessu  abbaa kee, adeera kee, akaakoo kee, eeysuma kee, ilma kee, ijoollee ati haboo taatuuf, ta adaadaa taatuuf kana qofa . Namni biraa cufti odoo obboleessa abbaa keetii ilma isaa, adeera tiruullee odoo tahee ilma isaatiin wojji ta'uun sirratti haraami.   Dr Luwaa'ul Islaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned