105: Obboleessi waliin dalagu zakaa baasuu didee, akkam godha?
Audio
Content
Gaafii: Afriikaa kibbaa jiraa obboleessa kiyyaan wajjiin dukkaa banadhe. obboleessi keenya ka waliin qabnu zakaa hin baasuu yoo ani waan zakaa itti dubbadhu ni caldhisaa akkam taanaa? Deebisaa: Teessisii dirqiidhaan zakaa isin irra jirtu cufa baasaa. Yoo ka inni siin wajjii zakaa baasuu ka didu taate, horii kee irraa qoodadhuu horii waggaa hagas sirra jiru zakaa isii herreegii ufirraa baasi. Zakaan horii namaa ol guddifti malee gad hin buuftu. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned