986: Zakaatal fixrii waggaa hedduuf osoo hin basin, booda irratti yoo baasan akkam?

Audio
Content
Gaafii: Zakaatuli fixrii waggaa dheertuu hin baafnee eegasii maatiin kiyya natti himanii narraa baasanii maal ta’aa hukmiin kiyya?           Deebisaa: Eegaa baafame Rabbi sirraa haa taqabbalu, zakaatal fixriin soomana namaa qabdi jedhanii eega baate dubbiin hin jiru.     Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned