104: Fira dhihoo malee, intalti Hajjii godhuun akkam
Audio
Content
Gaafii: Intalti takka ka mahrama malee hajjii ka deemtu taate akkam hajjiin isii? Deebisaa: Hajjiin isii ni ta’aa, garuu diliin galti. Mahrama dhabuun Hajjii irraa hin balleessu. Garuu sharxiin nama dhiiraa dandeettii fi horii qabaachuu, karaan nagaya ta’uudha. Ka dubartii hajjii isii nagaya ta’uuf, sharxiin sadeen dhiiraa kanaa fi maahrama qabaachuu waliin afuri. Garuu yoo isiin hajjii ufii goote wallaalumaan taanaan dilii qabdi maasiyaadhaan galti Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned