102: Qabeenyi mootummaa yoo nama harkatti bade akkami
Audio
Content
Gaafii: Yoo nama dalagduu mootummaa tokko harkatti horiin tokko bade, garuu horii guddaa zulmiin bahanii yoo irra kaayan, horii san ni kafala moo hin kafalu? Deebisaa: Waan isarratti bade ni kafalaa, waan zulmii hin kafalu. Horiin horii mootummaa ta’us, horii hawaasaa ta’us namni tokkoo horii namaa nyaachuun hin hayyamamu gara fedheenuu taanaan. Yoo dhugaadhaan nyaatee jiraate, horii san Kafaluudha qaba. Yoo zulmiidhaan irra kaayanii jiraatan ammoo, waan zulmiidhaan irra kaayamee jiru karaa ittiin ufiraa dhoorkuun haa barbaadatuu. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned