970: Bismillaah yoo olqabanii jedhaniif yoo gad qabanii jedhan akkam?
Audio
Content
Gaafii: Bismillaah yoo olqabanii jedhaniif yoo gad qabanii jedhan akkam? Deebisaa: Lachuu ni jirti. Bismillaahii gad qabanii Alhamdulillaah rabbil aalamiiniin olqabuun ni jirti sunnaa Rasuula Rabbiiti ? bismillaah olfuudhanii qara’uulleen rakkoo hin qabu namni gariin yoo olfuudhee qara’ellee salaanni kee bade hin jennuun numa hayyamama jechu. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned